Afaan Oromoo

COVID-19

Nuti waanti kun akka yeroo sirrii hin taane ni beeknas isinis gaaffii fii yaadota ni qabdu. Nuti as isiniif jirra, waayee kessan ni hubanna, nuti as keessa waliin jirras waan kana keessas ni darbina.